Announcement
Ministeerri Barnootaa qormaanni bahuumsaa (Exit Examination) walakkeessa bara barnootaa 2018 A.L.I Gurraandhala 17-27/2018tti akka kennamu beeksisee jira. Bu'uuruma kanaan, qormaanni 'Mock Exam' akka biyyoolessaatti Gurraandhala 10-12/2018A.L.I akka kennamu dabalataan beeksisee jira. Kana malees, Yuunivarsiitiin Mattuu barattoota gannaa qormaata bahuumsaa bara kanaaf qophaa’aniif tuutoriyaalii dabalataa waan murteesseef, barattoonni hundi Gurraandhala 9-10/2018 A.L.I qaamaan akka argamtan isin beeksifna.
የ2018 የትምህርት ዘመን አጋማሽ ዓመት የመውጫ ፈተና ከየካቲት 17- 27/2018 ዓ.ም እንደሚሰጥ ትምህርት ሚኒስቴር አስታውቋል። በዚህ መሠረት እንደ ቅድመ ሁኔታ ሚኒስቴር መስሪያ ቤቱ የሞክ ፈተና (Mock Exam) በሀገር አቀፍ ደረጃ ከ10-12/6/2018 ዓ.ም እንደሚሰጥ ወስኗል። ከዚህም በተጨማሪ ዩኒቨርሲቲው በዚህ ዙር መውጫ ፈተና ለሚወስዱ የክረምት ተማሪዎች ማጠናከሪያ ትምህርት (tutorial) ስለሚሰጥ ከየካቲት 9-10/2018 ዓ.ም ዋና ጊቢ በአካል በመገኘት እንድትሳተፉ እናሳውቃለን።
Waajjira Rejistiraaraa Yuunivarsitii Mattuu/የመቱ ዩኒቨርሲቲ ዋና ሬጅስትራር ጽ/ቤት